Canale
This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners. #unofficial #news
Aggiornato: 2026-08-07
Humnoota Puuntlaandifi loltoota mootummaa Somaaliyaa wajjin hidhata qabu jedhaman gidduutti lolli cimaan dhalachuun gabaafame. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/O5j0HiT
Qaamni rokkeettii 'SpaxX Falcon' jedhamuu cabuun galgala kana ji'a ykn adeessatti bu'uuf jedha. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/SR0p3tK
Godina Booranaa Magaalaa Mooyyaleetti namni ''manaajara gandaa ture'' lammiilee Keeniyaaf waraqaa eenyummaa kennuun erga yakkamaa ta'uunsaa mirkanaa'ee booda hidhaa waggaa 18 fi bi…
Karra eegaan Keep Verdee Waancaa Addunyaa irratti gahumsa ajaa'ibaa agarsiisuun jaalattoota kubba miilaa raajeffachiise kileba Chiilii Kooloo Kooloo jedhamuuf mallatteessise. via B…
Bulchiinsi Tiraamp dhimmoota nageenya naannoo irratti Itoophiyaa waliin hariiroo dippiloomaasii gaarii uumee hojjechaa jiraachuu qodaalli US himan. via BBC News Afaan Oromoo https:…
Lammiileen Itoophiyaa imalaaf gara Yunaayitid Isteet yeroo imalan maallaqa dura gaafatamanirraa dabalataan akka gaafataman ta'u qajeelfamni haaraa bahe mul'ise. via BBC News Afaan …
Bara 1985 yeroo waraanni Hololaa hoo'aa turetti addunyaan vaayirasii waliinsaa adda hin baaneen hiraara keessa buute. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/f8WhPtv
Abukaatoon Obbo Taayyee Danda'aa Obbo Abarraa Niguusiifi hogganoonni siyaasaa dhaaba Paartii Warraaqsaa Ummata Itoophiyaa (IHAAPPAA) lama to'annoo jala seenuu maddeen BBC'tti himan…
Come Chance — operatore ceco di scommesse e lotterie acquisito da Allwyn nel 2022 — fa pubblicità su Telegram. Dinamica con Sazka, posizionamento di valore, contesto contro Fortuna e Tipsport.
Come Fortuna — marchio ceco di scommesse fondato nel 1990, oggi parte di Fortbet Holdings — fa pubblicità su Telegram. Strategia, gancio sulle quote, footprint CEE, posizionamento contro Sazka, Tipsport, Chance.
Come Tipsport — sportsbook ceco privato fondato nel 1991 — fa pubblicità su Telegram. Ganci su calcio e hockey, community tipster, posizionamento contro Sazka, Fortuna, Chance.
Analisi approfondita della pubblicita di giochi d'azzardo su Telegram — la terza piu grande verticale. 120+ creativi indicizzati: casino slot, scommesse sportive, operatori licenziati vs mercato grigio in 12 geo, con focus sulla regolamentazione ADM italiana.
Bandiere — le regioni che abbiamo chiesto al nostro pool di osservatori mentre registravamo questo annuncio in questo canale. È un'etichetta sulla nostra richiesta, non un luogo di visione confermato: se nel Paese richiesto non c'è un account disponibile, il pool ne sostituisce un altro in silenzio e non lo dichiara. Non è nemmeno il Paese di targeting dell'inserzionista. Dal {date} non chiediamo più la regione, quindi le creatività più recenti non hanno bandiere. Il Paese principale del canale (per la sua lingua) è evidenziato in blu; le regioni sotto il 5% sono raggruppate in +N.