Canale
Of bari! Eessaa akka kaate Seenaa fi eelaakee Keessaas isa baate Gidiraaf beelakee Walaloo hunda argattuu Share fi Join godhaa waliif qoodaa Yaadaaf ๐ @baahar_umar
Aggiornato: 2026-08-25
๐๏ธ ๐๐ซถ๐ An simbirroo samiiti โAt qurxummii galaanaa โHalaalarra dhaabbannee โFageenyarraa wal yaanna โ โAkka walitti hin siqneef โUumamatu daangaadha โAkka walirraa hin siqneef โฆ
Moodela Shaggarii Mucaa Dirree Dawaa Bareedduu Wallaggaa Boontuu warra Shawaa Maashoo warra Jimmaa Intala warra mootii Kennaa koo ganamaa Naaf qabeenya kooti Intala warra Arsii Hafโฆ
Mee Altakkaaf Seenaati naaf dubbisaa kabajamtoota kiyya maatin jaalalaa..
https://x.com/Barribaraan/status/2094160725686079847
Ka'ee warqii siif ta'ee Morma keetti diramuu? Ka'ee moo filaa ta'ee Rifeensa keen filamuu Natti himi bareeduu koo Maal sif ha baasu arsaa Waanan akkatti sijaalluu Anaafuun galle waโฆ
I love you so much๐My familly๐น
Utuun si barbaaduu Bifa dhabee daaree Taatee achiin haftee Miilla bakar waaree Si dhabuun anattii Madaa qubaa taatee Maalif yuusuu didee Bineensi si nyaatee Abdiidhaan si eeguu Ja'โฆ
Biiftuu Oromiyaa Biqiltuu uumamaa Beektuu warra Maccaa Intala Tuulamaa Giiftii warra lixaa Mucaa Abbishee Garbaa Daandiitti na eegi Si dubbiseen darbaa Boontuu warra Shawaa Sanyii โฆ
Nessun annuncio ancora indicizzato.
Questo canale รจ stato aggiunto al monitoraggio, ma non sono ancora emerse impressioni sponsorizzate. Iscriviti sotto โ ti avviseremo al primo hit.
Monitorato dal 2026-06-07 ยท primo controllo annunci in coda